Sa'a Gaafa Tokko Qabdu
Mulualem Daba
Marion Drew


Ilaala! Sa'aan baayyee bareeddu mooraa keessa jirti.
Gaafa tokkof eegee tokko qabdi. Garuu ni bareeddi.
Furdoo dha. Garaan ishees guddaa dha.
Tikseen ishee baayyee ni jaallatan. Sagalee ofii isaa qofa akka dhageessus barsiisenira.
Yeroo tikseen ishee marga hamuf deemu, kophaa ishee marga dheeddi.
Sa'ittiin kun lola irratti baayyee cimtuu dha. Sa'oonni biroos hin sodaatun.
Sa'aan kun gaafa tokko qabatu iyyuu, baayee cimtuu dha. Namoonni baayeenis hin sodaatuun. Sa'aa akkasii yoo argite maal gootaa?
You are free to download, copy, translate or adapt this story and use the illustrations as long as you attribute in the following way:
Sa'a Gaafa Tokko Qabdu
Author - Sebongile Daniel, Mpho Ntlhanngoe and Khothatso Ranoosi
Translation - Mulualem Daba
Illustration - Marion Drew
Language - Afaan Oromo
Level - First sentences
© African Storybook Initiative 2014
Creative Commons: Attribution 4.0
Source www.africanstorybook.org
Original source http://paleng.weebly.com/,

