Sa'a Gaafa Tokko Qabdu
Sebongile Daniel
Marion Drew

Ilaala!

Sa'aan baayyee bareeddu mooraa keessa jirti.

1

Gaafa tokkof eegee tokko qabdi.

Garuu ni bareeddi.

2

Furdoo dha.

Garaan ishees guddaa dha.

3

Sa'a baayyee cimtuu dha.

4

Tikseen ishee baayyee ni jaallatan.

Sagalee ofii isaa qofa akka dhageessus barsiisenira.

5

Yeroo tikseen ishee marga hamuf deemu, kophaa ishee marga dheeddi.

6

Sa'ittiin kun lola irratti baayyee cimtuu dha.

Sa'oonni biroos hin sodaatun.

7

Sa'aan kun gaafa tokko qabatu iyyuu, baayee cimtuu dha. Namoonni  baayeenis hin sodaatuun.

Sa'aa akkasii yoo argite maal gootaa?

8
You are free to download, copy, translate or adapt this story and use the illustrations as long as you attribute in the following way:
Sa'a Gaafa Tokko Qabdu
Author - Sebongile Daniel, Mpho Ntlhanngoe, Khothatso Ranoosi
Translation - Mulualem Daba
Illustration - Marion Drew
Language - Afaan Oromo
Level - First sentences