Adurroota Caalaa
Mulualem Daba
Jesse Breytenbach
Afaan Oromo


Caalaan adurree ni jaallatta.
Mana isaa keessaa adurroota baayyee qaba.
Mana isaa keessaa adurroota baayyee qaba.
Aduurrootta Caalaan qabu keessaa tokko gurraacha dha.
Adurreen kun foon baayyee nyaata.
Adurreen kun foon baayyee nyaata.
Caalaan adurree furdaa tokkos qaba.
Adurreen kun waan hundumaa nyaata.
Adurreen kun waan hundumaa nyaata.
Adurreen inni kun immo mukaa irraa yaabachu jaallata.
Muka irraas oola.
Muka irraas oola.
Caalaan muka irra ni yaaba. Adurree isaa waliinis muka irraa ni oola.
Haati Caalaa dhuftee muka irraa akka buu'an in gargaartiin.
Haati Caalaa dhuftee muka irraa akka buu'an in gargaartiin.
Caalaan adurroota dadhaboo lama qaba.
Guyyaa guutuu aduu irra ciisanii oolu.
Guyyaa guutuu aduu irra ciisanii oolu.
Caalaan adurroota cimoo sadii qaba.
Yeroo galgalaahu hantuuta gola keessaa qabu.
Yeroo galgalaahu hantuuta gola keessaa qabu.
Caalaan saree tokko qaba. Maqaan isaa Tolaa jedhama.
Tolaan hiriyyoota hin qabu. Tolaan gammada miti.
Tolaan hiriyyoota hin qabu. Tolaan gammada miti.
Adurroottin Caalaa, Tolaa hin jallatani. Mana keessa ni ari'atuni.
Innis fiigee baqata.
Innis fiigee baqata.
Caalaan barbaade gara manatti isaa deebisa. Adurroottin immoo ni aaru.
Tolaa ijaan arguu hin barbaadan.
Tolaa ijaan arguu hin barbaadan.
Caalaan adurrootta meeqa qabaa?
Saddeet qabaa.
Saddeet qabaa.
Caalaan saree meeqa qabaa? Tokko qabaa.
Tolaan amma eessa jiraa?
Tolaan amma eessa jiraa?
Adurree meeqa qabda manatti?
Saree meeqa qabda manatti?
Saree meeqa qabda manatti?
You are free to download, copy, translate or adapt this story and use the illustrations as long as you attribute in the following way:
Adurroota Caalaa
Author - Khothatso Ranoosi and Marion Drew
Translation - Mulualem Daba
Illustration - Jesse Breytenbach
Language - Afaan Oromo
Level - First sentences
Translation - Mulualem Daba
Illustration - Jesse Breytenbach
Language - Afaan Oromo
Level - First sentences
© African Storybook Initiative 2015
Creative Commons: Attribution 4.0
Source www.africanstorybook.org
Original source http://paleng.weebly.com/.
Creative Commons: Attribution 4.0
Source www.africanstorybook.org
Original source http://paleng.weebly.com/.

