Illeetif Waraabessa Midhaan Facaasan
Mutugi Kamundi
Rob Owen

Bara durii, Illeetif Waraabessi hiriyya turan.

1

Illeetin, "Waliin maalif midhaan hinfacaasnu," jette Waraabessan.

2

Illeetinis walgargaarani boqqoolo akka qotan yaada dhiyeesite.

3

Illeetin Waraabessatiin, "Hojiin sinbirroo adamsu rakkisadha," jette.

4

Warabessi kophaa isaa lafa qotuuf waliigale.

5

Waraabessi yommuu kophaa isaa qotuu, Illeetin tessee sirbiti.

6

Yommuu boqqoolon gahuu, Illeeetin sinbirroo irraa eegdi.

7

Illeetin, "Ani midhaan lafa irraa sassaba. Ati lafa gadi sassabi," jette.

8

Illeetin boqqoolo hundumaa sassabde gumbii isheeti naqte.

9

Waraabessi hidda boqqoolo qofa argate.

10

Waraabessi gowwomfamu isaa bare baay'e aare.

11

Ammas lama tahani dinnicha facasan.

Waraabessi, "Ani isaa lafa irraa jiru sassaba," jedhe.

12

Waliin sirbaa qonna dinichaa waliin hojjatan.

13

Dinnichi yommuu gahus, Waraabessi baala dinnicha qofa argate.

14

Illeetin dinnicha gurguddaa lafa jalaa sassabde kuufatte.

15

Waraabesis xiiqii qabate.

Hiriyyummaan isaanis addaan cite.

16
You are free to download, copy, translate or adapt this story and use the illustrations as long as you attribute in the following way:
Illeetif Waraabessa Midhaan Facaasan
Author - Mutugi Kamundi
Translation - Mulualem Daba
Illustration - Rob Owen
Language - Afaan Oromo
Level - First sentences