Hojii Isa Kamtu Barbaachisaadha?
Beatrice Inzikuru
Wiehan de Jager

Namootni baay'ee wal falmu.

1

Barsiisootni, "Barsiisummaan baay'ee barbaachisadha. Barsiisuf barbaadamna," jedhu.

2

Warri mana ijaaranis, "Ogummaan mana ijaaruu baay'ee barbaachisadha. Mana hojjechuf barbaadmna," jedhu.

3

Warri meeshaa manaa hojjatanis, "Ogummaan meeshaa mana hojjechu baay'ee barabaachisadha," jedhu.

4

Doktoronnis, "Doktorummaan baay'ee barbaachisadha. Fayyaa keessan eeguf barbaadamna," jedhu.

5

Qotee bultoonnis, "Qotee bulaan barbaachisadha. Midhaan nuyutu oomisha," jedhu.

6

Barattoonis, "Barachuun baay'ee barbaachisadha!" jedhan.

7

"Sabaabni isaas hundii keessanuu dura barattoota turtan." Amma Namonni hundinu walii galan.

8
You are free to download, copy, translate or adapt this story and use the illustrations as long as you attribute in the following way:
Hojii Isa Kamtu Barbaachisaadha?
Author - Beatrice Inzikuru
Translation - Mulualem Daba
Illustration - Wiehan de Jager
Language - Afaan Oromo
Level - First sentences