Jaallatamtu Intalaa
Ritah Katetemera
Brian Wambi

Bara-durii haadha manaafi abbaa manaa dhiira jahafi intala bay'ee jallatan Natabo jedhamtu qabantu ture.

1

Maatin Natabo doccoo bareedduu Nataboon akka itti taphatuuf kennanifii ture.

2

Gaaf-tokko obbolonni ishee docco Natabo cabsani nahanii gara bosonatti darbattan.

3

Nataboonis docco ishee barbaade dhabddee, maatii ishee gaafanaan, kan arge dhabame. Ishenis aartee bossee. Nyaatas nyaachu diddee.

4

Natabon baay'ee aarte gara bosonatti fiigde mukaa irraa yabbate.

5

Maatin ishees barbaadani mukaa dheera kortee argani. Nataboonis mukaa irraa gadi bu'uu diddee.

6

Obbollonnii Nataboos mukaa jala walitti qabanii, "Yaa quxxisu keenya bu'ii mana geenya. Doccoo haraas siif hojjeena," jeedhani sirbanif.

7

Nataboon garuu "Ihiii ihiii akkkasiii" jechaa itti baccii.

8

Natabon gadi bu'uu didnan, hiriyyaan ishee, "Yaa hiriyyaa koo bu'ii gara mana gallaa, doccoo haraas siif hojjeena," jetten.

9

Yommuu Nataboon sagalee hiriyaa ishee dhagessus, suuta jechaa mukaa irraa bu'uu eegalte.

10

Nataboof hiriyaan ishee walhammatani gara mana deemani.

11

Yommuu Nataboonis mana geessu, maatin ishee baay'ee gammadan sagantaa qopheesani namootas aferani. Nataboon garuu doccoo ishee waliin taphachuu itti fufte.

12
You are free to download, copy, translate or adapt this story and use the illustrations as long as you attribute in the following way:
Jaallatamtu Intalaa
Author - Ritah Katetemera, Mulongo Bukheye
Translation - Mulualem Daba
Illustration - Brian Wambi
Language - Afaan Oromo
Level - First paragraphs