Marqaa
Zimbili Dlamini
Catherine Groenewald

Tolaan mana barumsaa deemuf qophahaa jira.

1

Abbaan tolaa ciree marqaa tolaaf qophessaa jira.

2

Tolaan haati koo marqaa mi'aawa qophessiti jedhe.

3

Marqaan Tolaa humna ni kenna.

4

Marqaan qopha'eera.

5

Tolaaf abbaan isaa annaan buuseef.

6

Tolaan abbaa isaatin, "Marqaan kun ashaboo hanqatera" jedhen.

7

Tolaan marqaan Haati isaa qopheesitu mi'aaya dha jedhe yaada.

8

Tolaan abbaa isaa ashaboo gaafate.

9

Abbaan Tolaan marqaati ashaboo dabaleefi.

10

"Uhhh! Abbaa marqaa kootii ashaboo osoo hin taane sukkara naaf dabalte!" Jedhee Tolaan.

11

Tolaan abbaa isaa haatii isaa yoom akka dhuftu gaafate.

12
You are free to download, copy, translate or adapt this story and use the illustrations as long as you attribute in the following way:
Marqaa
Author - Zimbili Dlamini, Hlengiwe Zondi
Translation - Mulualem Daba
Illustration - Catherine Groenewald
Language - Afaan Oromo
Level - First sentences