Bulgootni Gadheedha
Fabian Wakholi
Natalie Propa

Beelli turee.

Maatiin Mulongoos waan nyaatan dhaabani beela'ani.

1

Gaaf tokko, Mulongoon nyaata barbaacha maatii isaa gara bosonaa fuudhe deeme.

2

Osoo nyaata barbaadani, muuzi qonnaa abba hin qabne argatan.

3

Akka tasaa, bulguun guddaa itti dhufe.

Akka achi turanis hayyameef.

4

Gaaf tokko ganama bulgichi, "Ilma kee naafqali," jedhe.

5

Galgala bulguun, "Intala kee immoo bor naafqalta," jedhe.

6

Maatin Mulongo intala isaani mukarratti dhoksan.

7

Bulgichi, "Abba manaa kee boru dirqama naafqalu qabda," jedhe haadha mana Mulongotin.

8

Galgala sana bulgichi haadha mana Mulongotin akka ofqaltuu gaafate.

9

Bulgichi erga nyaatee fixe booda, muka jala ciise koorisu eegale.

10

Bulgichi yommuu ol-ilaalu, hunduma isaani mukarratti arge.

Baay'ee aare.

11

Bulgicha gowwomsanii mukaa irraa bu'ani.

12
You are free to download, copy, translate or adapt this story and use the illustrations as long as you attribute in the following way:
Bulgootni Gadheedha
Author - Fabian Wakholi
Translation - Mulualem Daba
Illustration - Natalie Propa
Language - Afaan Oromo
Level - First sentences