Qabeenya Misirroo
Nambi Sseppuuya Community Resource Centre
Wiehan de Jager

Akkoon ilma mucaa isheetif hanqaaqu tokko kennite.

1

Mucaanis hanqaaqicha namoota fudura funaananiif kenne. Isaanis hanqaaqicha

2

Mucaanis, "Hanqaaqun qabeenya misirroodha," jedhe booye.

3

Namootni fudura funaananis ulee kennaniif.

4

Innis ulicha namoota mana ijaaranitti kenne. Isaanis ulicha cabsani.

5

Ammas mucaan sun, "Ulichi kan warra fudura funaanudha," jedhe booye.

6

Warrii mana ijaaranis marga kennanif.

7

Mucaan sun tiksee arge.

Sa'aan marga isaa nyaate.

8

Mucaanis, "Margi kan warra mana ijaarudha," jedhe booye.

9

Tikseen sunis sa'a kennefi.

10

Mucaanis mana cidhaatti dhufe.

Warri cidhaas sa'a isaa qalatani.

11

Innis, "Sa'an kan tikseedha," jedhe booye.

12

Warri cidhaas misirroo kennanif.

13
You are free to download, copy, translate or adapt this story and use the illustrations as long as you attribute in the following way:
Qabeenya Misirroo
Author - Nambi Sseppuuya Community Resource Centre
Translation - Mulualem Daba
Illustration - Wiehan de Jager
Language - Afaan Oromo
Level - First words