Gogaa Fattee
Alice Mulwa
Rob Owen

Fatteen bishaan keessa jiraachu jibisise gara alaa bahuu barbaadde.

1

Qocaanis, "Ofeeggadhu! qaamnii kee nigoga," jetteen.

2

Fatteen garuu gadi baatee ilaalu barbaadde.

3

Naanno ishee hunda ilaalte.

4

Isheenis gaararaa bishaan bokkaa kuufame keessa jiruu waliin walargani.

5

Gaararaanis gara halluu diimaatti jijjiiramu jalqabdee. Fatteenis irraa achi utaalte.

6

Isaa boodas, Waraabessa ibidaa qabsiisu argite.

7

Qanqeen ibiddas Fatteetti faca'e. Isheenis nisodaatte.

8

Ibiddichis qaama ishee gubnaan, utaaltee gara bishaan bokka kufameeti deebite.

9

Qaama ishee hunda garuu qaanqeen gubee ture.

10

Fatten dhagaa jala mana argatte. Gogaan ishee har'as gogogaafi cimaa ta'ee.

11

Kanaafu, Raacha qoofatu amma qaama lalafafi bishaan moga jirachu dandaa'a.

12
You are free to download, copy, translate or adapt this story and use the illustrations as long as you attribute in the following way:
Gogaa Fattee
Author - Alice Mulwa
Translation - Mulualem Daba
Illustration - Rob Owen
Language - Afaan Oromo
Level - First sentences