Haa Deemnu!
Carole Bloch
Thembinkosi Kohli

Funyaan kootiin waan hedduu fuunfadha.

1

Kaalsii xuraawaa nan fuunfadha.

2

Abaaboo miidhaganis nan fuunfadha.

3

Ija kootiin waan hedduun ilaala.

4

Ijaa kootiin afuuffee qilleensa keessa deemu nan ilaala.

5

Adurree gammadduus nan ilaala.

6

Arrabaa kootiin waan hedduun dhandhama.

7

Galaana ashaboo qabu nan dhandhama.

8

Cuunfaa mi'aawaa burtukaanaas nan dhandhama.

9

Harka kootiin waan hedduun qaqqaba.

10

Harkakeen qabadha.

11
You are free to download, copy, translate or adapt this story and use the illustrations as long as you attribute in the following way:
Haa Deemnu!
Author - Carole Bloch
Translation - Dinqisisa Temesgen, Mulualem Daba
Illustration - Thembinkosi Kohli
Language - Afaan Oromo
Level - First words